ToolboxAfaan Birran
|
Aparthaid[edit] APARTHEID
Apartheidin (Afaan Afrikaa kibbaati, adda cokuu), maqaa wolii galaa kan siyaasa jibba Siyaasa Apartheid kanatti fayyadamuun dhiibbaa fii cunqursaa gaggeessaa kan turan worroota Gara biraatiin ammoo, jecha Apartheid kana sirna bulchiinsaa adda ta’e, kan siyaasa isaa ”rasisme”ykn [edit] Apartheid Afrikaa Kibbaa keessatti[edit] Kutaa bifaaMootummaan Apartheid kuni bifarratti hundaa'ee dhala namaa sanyi afuritti qoode:
Sanyummaan lammoota biyya sanii ifatti bahee woraqaa eenyummaafii pass irrattis barreeffamee mul'ata. Haala kanaan mirgaa fii dirqama akkamii namni tokko hawaasa keessatti akka qabu addaan fooyanii ibsu. Namoota woraqaa isaanii irratti chaappaan "Adii" jedhu rukutameef qofatu mirga dimokraasiifii abbaa qabeenyaa ta'uu qabaa ture. Worroonni bifaan adii hin ta'in kunniin boodarra lammuummaan isaanii kan Afrikaa Kibbaa jedhu irraa mulqamee gosa didiqqotti addaan qoodamanii waamamaa turan. Seerri gara garaas kan wolitti dhufeenna "sanyii" arfanii dhooggu tumamee dhiibbaa godhaa ture. Fakkeennaaf "the immorality-act of 1950" Kan wolqunnamtii saalaa "sanyiiwan" afran jiddutti akka hin godhamne kan dhoogguu ragaa tokko. [edit] SeenaaBulchiinsi Apartheid kan Afrikaa Kibbaa kan mirkanaa'ee erga paartiin leellissan kan irra caalaa worra boer'n deeggaramu filannoo bare 1948 moo'atee aangotti dhufeen booda. Dhiibbaan fi jibbaan uummata adii hin ta'inii saniin duras haa jiraatu malee kaayyoon worra leellistootaa siyaasa, aadaa, fedhii fii worraaqsa qabeennaa kan worra awrooppaatiin ala geggeeffamu hundaa hundeen buqqisanii balleessuu ture. Haala kanaan seerri gara garaa tumamee ummata adda qoodaa fi cunqursaa isaa hanga bara 1977 itti fufe. Bara 1977 fincila Sewoto tiin wolitti qabatee dammaqiinsi uummataas guddataa dhufe. Kanarraan kan ka'e Apartheidonni diqqoo laafuu jalqaban. Hanga bara 1984titti worra adii malee paarmaalaa biyyattii keessa taa'uu, mana qabachuu, lafaratti abboomuu, filachuus ta'ee filatamuu fi mirga lammiin tokko qabu maraa argachuu hin dandeenne. Yeroo jalqabaatiif bara 1984 worri sanyii " Halaleeffamaa (coloured)" fi " Eeshiyaa(Hindi)" mirga didiqqoo kennuufii jalqaban. Seerru nuuffisiisaan kuni hanga bara 1994 titti bulchiinsarra turee. Qabsoo dheeraafii jabaa qarqaarsa mootummoota addunyaatiin deeggarameen boodarra kufuu danda'e [edit] Qabsoo Farra Apartheid |